Waan Garaa fi Waan Karaa: Xiinxala Gahee 1 Shaakalaa Makmaaksi Barnoota Afoola Oromoo Keessatti Qabuu: Barannoo 2 Sadarkaa Yuunivarsiitiirratti Kan Xiyyeeffate
DOI:
https://doi.org/10.20372/2mwy-4189Keywords:
Gahee,, Afoola,, Makmaaksa,, Barumsa,, Afaan OromooAbstract
Axereeraa3
Hawaasi Oromoo afoola bifa sheekkoo, makmaaksa, durii-durii fi tapha bifa garaa-garaa qaba. Adeemsa baruu-barsiisuu keessatillee, afoolli bakka fi gahee akka qabu hubatamaa dha. Adeemsi barreeffamaa, akkasumas dagaaginni gargaaramni Afoola Oromoo barnoota keessatti qabu, ura kanaan, qorannoon kun, barannoo og-afoolaa sadarkaa yunivarsitiitti kennamu keessatti, gahee makmaaksi qabu xiinxaluudhaan -fageenyaafi cimina isaa ifatti baasuudhaaf hojjetame. Qubsumni isaas, haala dalagaarraatiin kanneen dhiyaatameeshaaleen rag-guurtuun bargaaffii (Questionnaire) fi afgaaffi gamtokkee (semi-structured calaqqee argannoolee duree qabatee geggeeffame. Argannooleemakmaaksi barannoo keessatti ittiin shaakalamu murtaawaa fi irra-caalaa maalummaatiin malee, ergaa qabuun akka gad-fagaateefi duraa-aakalli irra-caalaan, hojii dareerratti kaaksi hubee aadaafi xiinxala -aanaa ture. Barattooti, makmaaksa barachuurraan, makmaaksarraa barachuu; achirraas, makmaaksaan barachuuf haalli itti -galaa makmaaksi akka koobaa dubbiitti qabu, daangessee jira.
Downloads
Published
Issue
Section
License
This work is licensed under a Creative Commons Attribution-NonCommercial 4.0 International License.